-
1 Seenaa Baraa 9:10-13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 Luboota keessaa, Yedaayaa, Yehoyaariib, Yaakiin,+ 11 Azaariyaa ilma Hilqiyaa, ilma Meshulaam, ilma Saadoq, ilma Meraayoot, ilma Ahixuub isa geggeessaa mana* Waaqa dhugaa taʼe, 12 Adaayaa ilma Yerohaam, ilma Paashuur, ilma Maalkiyaa, Maaʼaasaay ilma Adiʼel, ilma Yaahzeraa, ilma Meshulaam, ilma Meshilemiit, ilma Iimer, 13 akkasumas obboloota isaanii warra dura buutota manneen abbootii isaanii turan; isaanis warra mana Waaqa dhugaa keessatti tajaajiluuf of dhiheessan, namoota jajjaboo fi gaʼumsa qaban 1,760 turan.
-