LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Seenaa Baraa 16:4
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 4 Achiis Taabota Yihowaa duratti akka tajaajilaniif, akkasumas Yihowaa Waaqa Israaʼeliif ulfina akka kennaniif,* akka isa galateeffatanii fi akka isa jajataniif Leewwota tokko tokko ni muude.+

  • 1 Seenaa Baraa 23:28
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 28 Hojiin isaaniis mooraawwan+ sana irratti, kutaawwan nyaataa irratti, wanta qulqulluu taʼe hunda qulqulleessuu irrattii fi hojii tajaajila mana Waaqa dhugaa keessatti barbaachisu kam iyyuu irratti itti gaafatamummaa fudhatanii tajaajila mana Yihowaa keessatti raawwatamu irratti ilmaan Aaron+ gargaaruu ture.

  • 1 Seenaa Baraa 23:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Isaan Yihowaa galateeffachuu fi jajachuuf ganama ganamaa+ fi galgala galgala ni dhaabbatu turan.+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi