1 Seenaa Baraa 23:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 akkasumas karra eegdonni+ 4,000 kan jiran yeroo taʼu, namoonni 4,000 immoo meeshaawwan muuziqaa Daawit, “Waaqayyoon ittiin jajachuufan isaan tolche” jechuudhaan waaʼee isaanii dubbatetti fayyadamanii Yihowaa jajatu+ turan.
5 akkasumas karra eegdonni+ 4,000 kan jiran yeroo taʼu, namoonni 4,000 immoo meeshaawwan muuziqaa Daawit, “Waaqayyoon ittiin jajachuufan isaan tolche” jechuudhaan waaʼee isaanii dubbatetti fayyadamanii Yihowaa jajatu+ turan.