16 Kanaafuu, namoonni sun dhaqanii tokkoon tokkoon isaanii baaxii isaanii irratti, mooraawwan isaanii keessatti, mooraawwan mana Waaqa dhugaa+ keessatti, addabaabayii Karra Bishaanii+ keessattii fi addabaabayii Karra Efreem+ keessatti ofii isaaniitiif daasiiwwan hojjechuuf wantoota kana ni fidan.