2 Seenaa Baraa 31:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Yeroo kanatti Hisqiyaas mana Yihowaa keessatti kutaawwan mana kuusaa*+ akka qopheessan isaanitti hime; isaanis ni qopheessan.
11 Yeroo kanatti Hisqiyaas mana Yihowaa keessatti kutaawwan mana kuusaa*+ akka qopheessan isaanitti hime; isaanis ni qopheessan.