LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Keessa Deebii 31:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 guutummaan Israaʼel bakka Waaqni kee Yihowaan filatetti isa duratti yommuu dhihaatanitti,+ guutummaan Israaʼel utuma dhagaʼuu Seera kana dubbisi.+

  • Nahimiyaa 8:2, 3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 2 Kanaafuu, Izraan lubichi jiʼa torbaffaa keessaa guyyaa isa tokkoffaatti+ Seericha gumii dhiirota, dubartootaa fi warra dhagaʼanii hubachuu dandaʼan of keessatti qabate duratti dhiheesse.+ 3 Innis addabaabayii isa Karra Bishaanii fuuldura jiru duratti ganama bariidhaa jalqabee hamma guyyaa walakkaatti dhiirotaaf, dubartootaa fi warra hubachuu dandaʼan hundumaatiif sagalee isaa ol kaasee achi irraa ni dubbise;+ uummatichis kitaaba Seerichaa xiyyeeffannaadhaan ni dhaggeeffate.+

  • Hojii Ergamootaa 15:21
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 21 Bara duriitii jalqabee Museen namoota magaalaa hunda keessatti dubbii isaa lallaban qaba ture; sababiin isaas, kitaabonni isaa namoonni akka dhaggeeffataniif yeroo hunda sanbata sanbata mana sagadaa keessatti ni dubbifamu.”+

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi