Nahimiyaa 4:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Saanbaalaax, Xoobiyaan,+ Araboonni,+ Amoononnii fi Ashdoodonni+ hojiin dallaawwan Yerusaalem haaressuuf hojjetamu saffisaa akka jiruu fi gidduun isaanii wal qabachaa akka jiru akkuma dhagaʼaniin baayʼee aaran.
7 Saanbaalaax, Xoobiyaan,+ Araboonni,+ Amoononnii fi Ashdoodonni+ hojiin dallaawwan Yerusaalem haaressuuf hojjetamu saffisaa akka jiruu fi gidduun isaanii wal qabachaa akka jiru akkuma dhagaʼaniin baayʼee aaran.