-
Nahimiyaa 5:19Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
19 Yaa Waaqa koo, wantan saba kanaaf godhe hundumaatiif wanta gaariidhaan na yaadadhu.+
-
-
Nahimiyaa 13:30, 31Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
30 Anis xuraaʼummaa biyya ormaa hundumaa irraa isaan nan qulqulleesse; lubootaa fi Leewwotaaf tokkoon tokkoon isaanii akka tajaajila isaaniitti hojii isaaniif nan kenne;+ 31 achiis qoraan yeroo murtaaʼetti dhihaatuu+ fi firiiwwan jalqabaa warra bilchaatan ilaalchisee qophii nan godhe.
Yaa Waaqa koo, wanta gaariidhaan na yaadadhu.+
-