Nahimiyaa 3:19 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 19 Isatti aansee Ezeer ilmi Yeshuwaa+ inni bulchaa Misphaa taʼe, kutaa isa kan biraa isa karaa Mana Kuusaa Meeshaa Waraanaatti ol baasu fuuldura jiru ni haaresse; manni kun Deggertuu Dallaa+ bira jira ture.
19 Isatti aansee Ezeer ilmi Yeshuwaa+ inni bulchaa Misphaa taʼe, kutaa isa kan biraa isa karaa Mana Kuusaa Meeshaa Waraanaatti ol baasu fuuldura jiru ni haaresse; manni kun Deggertuu Dallaa+ bira jira ture.