-
Nahimiyaa 13:13Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
13 Achiis ani Shelemiyaa lubicha, Saadoq isa garagalchituu* taʼee fi Pedaayaa isa Leewwota keessaa tokko taʼe itti gaafatamtoota kutaawwan mana kuusaa akka taʼan nan godhe; Haanaan ilmi Zaakur, ilmi Maataaniyaa immoo isaan gargaara ture; sababiin isaas, namoonni kun amanamoo turan. Gaʼee obboloota isaanii isaaniif hiruun itti gaafatamummaa isaanii ture.
-