Asteer 5:11 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 11 Haamaan waaʼee guddina qabeenya isaa, waaʼee baayʼina ilmaan isaa,+ mootichi akkamitti iddoo guddaa akka isaaf kenne, akkasumas akkamitti bulchitootaa fi tajaajiltoota mootichaa caalaa aangoo guddaa akka isaaf kenne of jajee dubbate.+
11 Haamaan waaʼee guddina qabeenya isaa, waaʼee baayʼina ilmaan isaa,+ mootichi akkamitti iddoo guddaa akka isaaf kenne, akkasumas akkamitti bulchitootaa fi tajaajiltoota mootichaa caalaa aangoo guddaa akka isaaf kenne of jajee dubbate.+