-
Asteer 6:7, 8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Kanaafuu, Haamaan mootichaan akkana jedhe: “Nama mootichi ulfina kennuufii barbaaduuf, 8 uffata mootii+ isa mootichi uffatuu fi farda mootichi irra taaʼu isa mataa isaa irra gonfoon kaaʼame haa fidan.
-