Asteer 9:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Yihudoonni koonyaawwan mootichaa keessa jiran kaanis walitti qabamanii of irraa isaan ittisan.*+ Warra isaan jibban keessaa namoota 75,000 ajjeesuudhaan diinota isaanii haxaaʼanii balleessan;+ taʼus boojuu tokko illee hin fudhanne.
16 Yihudoonni koonyaawwan mootichaa keessa jiran kaanis walitti qabamanii of irraa isaan ittisan.*+ Warra isaan jibban keessaa namoota 75,000 ajjeesuudhaan diinota isaanii haxaaʼanii balleessan;+ taʼus boojuu tokko illee hin fudhanne.