Nahimiyaa 8:10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 10 Innis, “Guyyaan kun Gooftaa keenyaaf qulqulluu waan taʼeef, dhaqaa, wantoota filatamoo* nyaadhaa; wanta miʼaawaa dhugaa; warra wanta qophaaʼe hin qabneefis nyaata ergaa;+ gammachuun Yihowaa dahoo* keessan waan taʼeef hin gaddinaa” isaaniin jedhe.
10 Innis, “Guyyaan kun Gooftaa keenyaaf qulqulluu waan taʼeef, dhaqaa, wantoota filatamoo* nyaadhaa; wanta miʼaawaa dhugaa; warra wanta qophaaʼe hin qabneefis nyaata ergaa;+ gammachuun Yihowaa dahoo* keessan waan taʼeef hin gaddinaa” isaaniin jedhe.