-
Asteer 9:20, 21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
20 Mordekaayis+ wantoota raawwataman kana barreessee Yihudoota koonyaawwan Ahaashweros Mootichaa hunda keessa jiraatan warra dhihoo fi fagootti argaman hundumaatiif xalayaawwan ni erge. 21 Inni jiʼa Adaar keessaa guyyaa 14ffaa fi guyyaa 15ffaa waggaa waggaadhaan akka kabajan isaan ajaje;
-