26 Isaan maqaa Puur+ jedhu irraa kaʼuudhaan guyyoota kana Puuriim jedhanii kan moggaasan kanaafi. Kanaafuu, wantoota xalayaa kana irratti barreeffaman hundumaatiin kan kaʼe, akkasumas dhimma kana ilaalchisee wanta argan irraan kan kaʼee fi wanta isaan irra gaʼe irraan kan kaʼe,