-
Asteer 3:2Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
2 Mootichi isa ilaalchisee ajaja kennee waan tureef, tajaajiltoonni mootichaa warri karra mootichaa bira jiran hundi Haamaaniif gombifamanii sagadu turan. Mordekaay garuu isa duratti gombifamuus taʼe isaaf sagaduu dide.
-
-
Asteer 10:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
3 Mordekaay Yihudichi Ahaashweros Mootichatti aansee nama sadarkaa lammaffaa qabu ture. Inni nama Yihudoota gidduutti iddoo guddaa qabuu fi obboloota isaa hedduu biratti kabajamaa taʼe ture. Kana malees, inni faayidaa saba isaatiif hojjechaa fi nageenya sanyiiwwan isaanii hundumaatiif falmaa* ture.
-