- 
	                        
            
            Asteer 2:3Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
3 Mootichis shamarran babbareedoo durboota taʼan hundumaa gara mana dubartootaa isa dahoo* Shushaan* keessatti argamuutti akka walitti qabaniif koonyaawwan bulchiinsa isaa keessatti argaman hundumaa keessatti bakka buutota haa muudu.+ Isaanis itti gaafatamummaa Hegaay+ isa xuʼaashii mootichaa fi eegduu dubartootaa taʼe jala haa taʼan; akkasumas kunuunsi miidhaginaa isaaniif haa godhamu.*
 
 -