-
Asteer 2:7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
7 Inni guddiftuu* Haadaasaa, jechuunis guddiftuu Asteer ishii intala obboleessa abbaa isaa taate sanaa ture;+ ishiin abbaas taʼe haadha hin qabdu turte. Shamarreen tun dhaabbata kan toltuu fi bareedduu kan turte yeroo taʼu, Mordekaay yommuu abbaan ishii fi haati ishii duʼanitti akka intala isaatti ofitti ishii fudhate.
-