13 Isaanis yeruma sana mootichaan, “Yaa mootii, Daaniʼel inni namoota Yihudaa keessaa boojiʼaman keessaa tokko taʼe+ siifis taʼe dhorkaa ati irratti mallatteessite sanaaf kabaja hin qabu; kanaa mannaa, guyyaatti siʼa sadii kadhannaa dhiheessaa jira”+ jedhan.