Asteer 1:3 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 3 bara bulchiinsa isaa waggaa sadaffaatti, bulchitoota isaa fi tajaajiltoota isaa hundumaatiif affeerraa ni qopheesse. Yeroo kanatti raayyaan waraanaa Faarsii+ fi Meedon,+ guguddoonni, akkasumas bulchitoonni koonyaawwanii isa dura jiru turan; Asteer 2:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Asteer bara bulchiinsa isaa waggaa torbaffaatti,+ waggicha keessaas jiʼa kurnaffaatti, jechuunis jiʼa Teebeetitti* gara Ahaashweros Mootichaatti, gara mana mootummaa isaatti geeffamte.
3 bara bulchiinsa isaa waggaa sadaffaatti, bulchitoota isaa fi tajaajiltoota isaa hundumaatiif affeerraa ni qopheesse. Yeroo kanatti raayyaan waraanaa Faarsii+ fi Meedon,+ guguddoonni, akkasumas bulchitoonni koonyaawwanii isa dura jiru turan;
16 Asteer bara bulchiinsa isaa waggaa torbaffaatti,+ waggicha keessaas jiʼa kurnaffaatti, jechuunis jiʼa Teebeetitti* gara Ahaashweros Mootichaatti, gara mana mootummaa isaatti geeffamte.