LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Asteer 8:8
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 8 Labsiin maqaa mootichaatiin barreeffamee fi qubeellaa chaappaa mootichaatiin chaappaan irratti godhame diigamuu waan hin dandeenyeef,+ ammas isin Yihudootaaf wanta gaarii fakkaatee isinitti mulʼate maqaa mootichaatiin barreessitanii qubeellaa chaappaa mootichaatiin chaappaa irratti gochuu dandeessu.”

  • Daaniʼel 6:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Achiis dhagaa tokko fidanii afaan boolla sanaa irra kaaʼan; Daaniʼeliin ilaalchisee murtoo godhamee wajjin haala wal qabateen wanti tokko illee akka hin jijjiiramneefis mootichi qubeellaa chaappaa isaatiin, akkasumas qubeellaa chaappaa guguddoota isaatiin chaappaa irratti ni godhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi