-
Asteer 3:14, 15Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Namoonni sun guyyaa sanaaf akka qophaaʼaniif, garagalchiin xalayaawwan sanaa koonyaa hundumaa keessatti seera taʼee baʼuu fi namoota hundumaatiif labsamuu qaba ture. 15 Ergamtoonni sunis ajaja mootichaatiin saffisaan baʼanii deeman;+ seerichis dahoo* Shushaan*+ keessatti ni labsame. Achiis mootichii fi Haamaan dhugaatii dhuguudhaaf ni taaʼan; magaalaan Shushaan* garuu jeequmsa keessa turte.
-