Asteer 2:17 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 17 Mootichi dubartoota kaan hundumaa caalaa Asteeriin ni jaallate; ishiin durboota kaan hundumaa caalaa isa biratti fudhatama* argatte. Kanaafuu, inni gonfoo* mootuu mataa ishii irra kaaʼe; bakka Waashtiis+ mootuu ishii godhe.+
17 Mootichi dubartoota kaan hundumaa caalaa Asteeriin ni jaallate; ishiin durboota kaan hundumaa caalaa isa biratti fudhatama* argatte. Kanaafuu, inni gonfoo* mootuu mataa ishii irra kaaʼe; bakka Waashtiis+ mootuu ishii godhe.+