16 “Dhaqiitii Yihudoota Shushaan keessatti argaman hundumaa walitti qabi; waaʼee kootiifis soomaa.+ Guyyaa sadiif+ halkanis taʼe guyyaa hin nyaatinaa, hin dhuginaas. Anis tajaajiltoota koo warra dubartii wajjin nan sooma. Seericha cabsees gara mootichaatti nan seena; yoon bades nan bada.”