-
Asteer 5:8Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
8 Mooticha duratti fudhatama argadheera yoon taʼe, mootichis wantan kadhadhe gochuu fi akkan gaafadhetti tarkaanfii fudhachuun kan isa gammachiisu yoo taʼe, mootichii fi Haamaan affeerraa ani boru isaaniif qopheessu irratti haa argaman; anis boru akkuma mootichi jedhe nan godha.”
-