LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Uumama 41:42, 43
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 42 Achiis Faraʼoon qubeellaa chaappaa isaa quba isaa irraa baasee quba Yoseefitti kaaʼe; akkasumas uffata baʼeessa quncee talbaa irraa tolfame isatti uwwise; amartii mormaa warqiis morma isaatti kaaʼe. 43 Kana malees, inni gaarii fardaa ulfinaa isa kan mootichaa taʼee fi sadarkaa lammaffaa qabu isa yaabbachiise; isaanis isa dura buʼanii, “Avreek!”* jedhanii iyyu turan. Akka kanaan inni guutummaa biyya Gibxii irratti isa ni muude.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi