LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Asteer 5:3
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 3 Mootichis, “Yaa Asteer Mootitti, dhimmi kee maali dha? Gaaffiin kee hoo maali dha? Walakkaa mootummaa kootii yoo taʼe illee siif ni kennama!” ishiidhaan jedhe.

  • Asteer 5:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Utuma affeerraa daadhii wayinii irra jiraniis mootichi Asteeriin, “Wanti kadhattu maali dha? Siif ni kennama! Gaaffiin kee hoo maali dha? Walakkaa mootummaa kootii yoo taʼe illee siif ni godhama!”+ jedhe.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi