-
Iyyoob 11:14Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
14 Harki kee wanta dogoggora taʼe raawwachaa jira taanaan dogoggora sana raawwachuu kee dhiisi,
Dunkaanota kee keessas jalʼinni akka jiraatu hin heyyamin.
-
-
Iyyoob 11:17Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
17 Jireenyi kee guyyaa saafaa caalaa ifaa ni taʼa;
Dukkanni isaa illee akkuma ganamaa ni taʼa.
-