- 
	                        
            
            Iyyoob 38:8-11Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
8 Yommuu inni gadameessa keessaa futtaafatee baʼetti,
Galaanatti balbala kan cufe eenyu?+
9 Duumessaan yommuun isa uwwisetti,
Dukkana cimaadhaanis yommuun isa maretti,
10 Yommuun daangaa koo isaaf hundeessetti,
Yommuun danqaraawwan isaa fi balbaloota isaa iddoo isaanii kaaʼetti,+
11 Achiis, ‘Hamma asiitti dhufuu dandeessa, kana irra garuu darbuu hin dandeessu;
Dambaliin kee inni warraaqu as irratti dhaabbata’ yommuun jedhetti ati eessa turte?+
 
 -