Daaniʼel 4:35 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 35 Jiraattonni lafaa hundi homaatti iyyuu hin lakkaaʼaman; inni raayyaa samii fi jiraattota lafaa gidduutti akkuma fedhii isaatti ni hojjeta. Isa* dhowwuus taʼe, ‘Maal gochuu kee ti?’+ isaan jechuu kan dandaʼu hin jiru.+ Roomaa 9:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Garuu yaa namaa, Waaqayyoof deebii kan deebistu ati eenyu?+ Wanti bocame tokko isa isa boceen, “Maaliif akkanatti na tolchite?” ni jedhaa?+
35 Jiraattonni lafaa hundi homaatti iyyuu hin lakkaaʼaman; inni raayyaa samii fi jiraattota lafaa gidduutti akkuma fedhii isaatti ni hojjeta. Isa* dhowwuus taʼe, ‘Maal gochuu kee ti?’+ isaan jechuu kan dandaʼu hin jiru.+
20 Garuu yaa namaa, Waaqayyoof deebii kan deebistu ati eenyu?+ Wanti bocame tokko isa isa boceen, “Maaliif akkanatti na tolchite?” ni jedhaa?+