Keessa Deebii 32:22 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 22 Dheekkamsi koo ibidda qabsiiseera;+Awwaala* gad fagoo keessattis ni bobaʼa;+Inni lafaa fi oomisha ishii nyaatee ni fixa;Buʼuurawwan gaarotaas ni guba.
22 Dheekkamsi koo ibidda qabsiiseera;+Awwaala* gad fagoo keessattis ni bobaʼa;+Inni lafaa fi oomisha ishii nyaatee ni fixa;Buʼuurawwan gaarotaas ni guba.