Iyyoob 2:7 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 7 Kanaafuu, Seexanni Yihowaa* duraa baʼee deemee faana miila isaatii jalqabee hanga gubbee mataa isaatti dhullaa nama dhukkubsuun* Iyyoobiin ni rukute.+
7 Kanaafuu, Seexanni Yihowaa* duraa baʼee deemee faana miila isaatii jalqabee hanga gubbee mataa isaatti dhullaa nama dhukkubsuun* Iyyoobiin ni rukute.+