-
Iyyoob 1:4Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
4 Ilmaan isaa tokkoon tokkoon isaanii guyyaa dabaree isaaniitti mana isaanii keessatti affeerrii ni qopheessu turan. Isaanii wajjin akka nyaatanii fi akka dhuganiifis obboleettota isaanii sadan ni affeeru turan.
-