LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 7:9
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  9 Akkuma duumessi bittinnaaʼuu fi badutti,

      Namni gara Awwaalaatti* gad buʼes deebiʼee ol hin baʼu.+

  • Faarfannaa 115:17
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 17 Warri duʼan Yaahiin hin jajatan;+

      Namni gara duʼaatti* gad buʼu hundis isa hin jajatu.+

  • Isaayyaas 38:11
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Akkana nan jedhe: “Ani Yaahiin,* eeyyee, Yaahiin biyya warra jiraatoo keessatti hin argu.+

      Warra bakka jireenyi hin jirre keessa jiraatanii wajjin yeroon taʼutti,

      Ilmaan namootaa hin argu.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi