LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 32:6, 7
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 6 Kanaafuu, Eliihuun ilmi Baaraakel Buuzichaa akkana jedhee dubbachuu jalqabe:

      “Ani ijoollee dha,*

      Isin immoo maanguddoota dha.+

      Kanaafuu, isin kabajeen dubbachuu irraa of qusadhe,+

      Wantan beekus isinitti himuu nan sodaadhe.

       7 Ani, ‘Umuriin haa dubbatu,*

      Waggoonni hedduunis ogummaa haa labsan’ jedheen yaade.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi