Keessa Deebii 28:29 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 29 Akkuma namni qaro dhabeessi dukkana keessa qaqqabatutti, guyyaa saafaa ni qaqqabatta;+ wanta gootu hundumaa irratti milkaaʼina hin argattu; yeroo hundumaa ni gowwoomfamta, ni saamamtas; namni si oolchus hin jiru.+
29 Akkuma namni qaro dhabeessi dukkana keessa qaqqabatutti, guyyaa saafaa ni qaqqabatta;+ wanta gootu hundumaa irratti milkaaʼina hin argattu; yeroo hundumaa ni gowwoomfamta, ni saamamtas; namni si oolchus hin jiru.+