-
Iyyoob 33:6, 7Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
6 Kunoo, Waaqa dhugaa duratti anis akkuma kee ti;
Anis suphee irraan tolfame.+
7 Kanaafuu, na sodaattee hin jeeqamin,
Dhiibbaan ani si irratti godhus abdii si hin kutachiisin.
-