Faarfannaa 39:4 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 4 “Yaa Yihowaa, jireenyi koo hammam gabaabaa akka taʼe* akkan hubadhuuf,+Dhumni koo maal akka taʼe,Akkasumas, safara guyyoota kootii akkan beeku na gargaari.
4 “Yaa Yihowaa, jireenyi koo hammam gabaabaa akka taʼe* akkan hubadhuuf,+Dhumni koo maal akka taʼe,Akkasumas, safara guyyoota kootii akkan beeku na gargaari.