LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 8:11-13
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 11 Dhallaadduun lafa caffeen hin jirretti ni guddataa?

      Shomboqqoon hoo bishaan malee ni guddataa?

      12 Isaan utuma hudhaa godhatanii jiranii kutamuu isaanii dura,

      Biqiltuu kan biraa kam iyyuu dura ni goggogu.

      13 Wanti namoota Waaqayyoon irraanfatan hundumaa irra gaʼu* kana dha;

      Sababiin isaas, abdiin nama Waaqa hin qabnee* ni bada;

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi