Iyyoob 33:8-10 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 8 Ati garuu utuma ani si dhagaʼuu dubbatteetta,Eeyyee, ani dubbii kana yeroo baayʼee dhagaʼeera: 9 ‘Ani qulqulluu dha, balleessaa hin qabu;+Ani qulqulluu dha, dogoggora hin qabu.+ 10 Waaqayyo garuu na mormuuf sababa barbaada;Akka diina isaatti na ilaala.+
8 Ati garuu utuma ani si dhagaʼuu dubbatteetta,Eeyyee, ani dubbii kana yeroo baayʼee dhagaʼeera: 9 ‘Ani qulqulluu dha, balleessaa hin qabu;+Ani qulqulluu dha, dogoggora hin qabu.+ 10 Waaqayyo garuu na mormuuf sababa barbaada;Akka diina isaatti na ilaala.+