LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • 1 Mootota 21:27
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 27 Ahaabis dubbii kana akkuma dhagaʼeen, uffata isaa tarsaasee uffata gaddaa uffate; ni soome; akkasumas uffata gaddaa uffatee ni ciisa ture; gaddaanis mataa isaa gad qabee deema ture.

  • 2 Mootota 6:30
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 30 Mootichis wanta dubartittiin jette akkuma dhagaʼeen uffata isaa ni tarsaase.+ Yommuu inni dallicha irra darbus, namoonni akka inni uffata isaa jalatti uffata gaddaa uffate ni argan.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi