Faarfannaa 6:6 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 6 Aaduu koo irraa kan kaʼe bututeera;+Halkan guutuu siree koo imimmaaniin nan jiisa;*Iddoo ciisichaa koos booʼichaan nan dhiqa.+ Faarfannaa 31:9 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 9 Yaa Yihowaa, dhiphina keessa waanan jiruuf, gaarummaa natti argisiisi. Dhiphinni ija koo, guutummaa qaama kootiis* dadhabsiiseera.+ Faaruu Ermiyaas 1:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Wantoota kanaan kan kaʼe ani nan booʼa;+ ijji koos imimmaan dhangalaasa. Sababiin isaas, na jajjabeessuu yookiin na* haaromsuu kan dandaʼu kam iyyuu ana irraa fagoo dha. Diinni waan nutti cimeef, ilmaan koo kophaatti hafaniiru.
6 Aaduu koo irraa kan kaʼe bututeera;+Halkan guutuu siree koo imimmaaniin nan jiisa;*Iddoo ciisichaa koos booʼichaan nan dhiqa.+
9 Yaa Yihowaa, dhiphina keessa waanan jiruuf, gaarummaa natti argisiisi. Dhiphinni ija koo, guutummaa qaama kootiis* dadhabsiiseera.+
16 Wantoota kanaan kan kaʼe ani nan booʼa;+ ijji koos imimmaan dhangalaasa. Sababiin isaas, na jajjabeessuu yookiin na* haaromsuu kan dandaʼu kam iyyuu ana irraa fagoo dha. Diinni waan nutti cimeef, ilmaan koo kophaatti hafaniiru.