Faarfannaa 35:16 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 16 Warri Waaqa hin sodaanne tuffiidhaan natti qoosu;*Ilkaan isaaniis natti qaratu.+ Ibroota 11:36 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 36 Eeyyee, warri kaan immoo itti qoosamuu fi garafamuudhaan, darbees funcaadhaan hidhamuu+ fi mana hidhaa galuudhaan+ qoramaniiru.
36 Eeyyee, warri kaan immoo itti qoosamuu fi garafamuudhaan, darbees funcaadhaan hidhamuu+ fi mana hidhaa galuudhaan+ qoramaniiru.