- 
	                        
            
            Faarfannaa 69:11, 12Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
 - 
                            
- 
                                        
11 Uffanni koo uffata gaddaa akka taʼu yommuun godhetti,
Isaan biratti kan tuffatamu* nan taʼe.
12 Warri karra magaalattii irra taaʼan waaʼee koo odeessu,
Warri machooftuu taʼanis maqaa koo dhaʼanii sirbu.
 
 -