Iyyoob 27:5 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 5 Isin qajeelota akka taatan dubbachuun anaaf wanta hin yaadamne dha! Hamman duʼutti amanamummaa koo hin dhiisu!*+
5 Isin qajeelota akka taatan dubbachuun anaaf wanta hin yaadamne dha! Hamman duʼutti amanamummaa koo hin dhiisu!*+