-
Iyyoob 9:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Amma guyyoonni koo nama fiigu caalaa saffisu;+
Isaan wanta gaarii utuu hin argin darbu.
-
-
Isaayyaas 38:10Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
10 “Ani walakkaa umurii kootti
Gara karrawwan Awwaalaatti* nan seena.
Waggoonni koo warri hafan na jalaa fudhatamu” nan jedhe.
-