LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Masaraa Eegumsaa
LAAYIBRARII INTARNEETIIRRAA
Afaan Oromoo
  • KITAABA QULQULLUU
  • BARREEFFAMOOTA
  • WALGAʼIIWWAN
  • Iyyoob 7:6
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    •  6 Guyyoonni koo kolloo nama wayyaa dhaʼuu caalaa ni ariifatu,+

      Abdii malees ni dhumu.+

  • Iyyoob 14:19
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 19 Akkuma bishaan dhagaa nyaatee fixutti,

      Lolaan isaas biyyoo lafaa dhiqutti,

      Atis abdii nama duʼuu ni balleessite.

  • Iyyoob 19:10
    Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
    • 10 Hamman badutti kallattii hundumaatiin na caccabse;

      Inni akkuma mukaatti abdii koo buqqiseera.

Barreeffamoota Afaan Oromoo (1993-2025)
Baʼi
Gali
  • Afaan Oromoo
  • Ergi
  • Filannoowwan
  • Copyright © 2025 Watch Tower Bible and Tract Society of Pennsylvania
  • Walii Galtee
  • Imaammata Mateenyaa
  • Filannaa Dhuunfaa
  • JW.ORG
  • Gali
Ergi