Iyyoob 8:13, 14 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 13 Wanti namoota Waaqayyoon irraanfatan hundumaa irra gaʼu* kana dha;Sababiin isaas, abdiin nama Waaqa hin qabnee* ni bada;14 Wanti inni amanatu gatii hin qabu,Wanti inni itti amanamus akkuma mana sarariitii dadhabaa dha. Iyyoob 11:20 Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa 20 Ijji hamootaa garuu ni bada;Isaan iddoo itti baqatan hin argatan,Abdiin isaaniis duʼa* qofa dha.”+
13 Wanti namoota Waaqayyoon irraanfatan hundumaa irra gaʼu* kana dha;Sababiin isaas, abdiin nama Waaqa hin qabnee* ni bada;14 Wanti inni amanatu gatii hin qabu,Wanti inni itti amanamus akkuma mana sarariitii dadhabaa dha.
20 Ijji hamootaa garuu ni bada;Isaan iddoo itti baqatan hin argatan,Abdiin isaaniis duʼa* qofa dha.”+