-
Iyyoob 15:21Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
21 Sagalee sodaachisaan gurra isaa keessa jira;+
Yeroo nagaatti weerartoonni isa ni haleelu.
-
-
Iyyoob 20:25Kitaaba Qulqulluu Hiika Addunyaa Haaraa
-
-
25 Inni iddaa dugda isaa keessaa,
Xiyya calaqqisus hadhooftuu isaa keessaa ni luqqisa,
Naasuunis isa ni qabata.+
-